WASHINGTON, DC —
Godinaa Shawaa Bahaa, aanaa Fantaallee keessatti, humnoota mootummaatiin, hidhaan, dararaaan fi saaminsi-qabeenyaa nutti hammaate – jedhu – jiraattonni. Abbaan Gadaa illee hidhamuu dubbatu. Kan hidhaman Abbaa-gadaa ta’uu hin beeknu – ka jedhan – Bulchaan aanaa Fantaallee immoo, himannaaleen dhihaatan “dhara” jedhu.
Kana cuqaasuun gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa