Dargaggoo Shihaab Suleymaan barataa Yuuniversitii Finfinnee wagga lammaffaati. Fedhii waa kalaquu akka qabu ka dubbatu Shiyaab, kalaqoota adda addaa haga dhibbaa tilmaaman akka qabu dha kan inni dubbatu.
Dhiyeenyas konkolaataa dhimma gara garaaf oola jedhe ka qopheesse yoo tahu konkolaataa kanas wagga gaditti omisha isaa akka jalqabuu fi gabaaf dhiyeessuuf akka jiru kan inni dubbate.
Dargaggoo Shiyaab muuxannoo hojiisaa Galmoo Daawit tti himee jira; akka itti aanutti dhiyaata.