Shuraan atileetii Keenyaa Fulbaana bara 2018 Berlin moo’ee shaampiyoona tahe irraa shaampiyoona kana fudhate.
“Gammachuu guddaatti natti dhagahama,” jedhe moo’ee galee jennaan. Shuraan Maratoonii guutuu tana 2:05 and 41 oo’e.
Atileetiin Keenyaa Fulbaana bara 2018 jalqabee maratoonii Berlin 2:01:39 moo’e Eludi Kipchoge barana amma 8esso bahe.
1:Shuraa Qixxaataa
2: Vincent Kipchumba (Kenya)
3:Sisay Lemmaa
4:Moosinet Geremweu
5:Mulee Waashihun
6:Taammiraati Mollaa
Atileetiin dubraatiin ammoo tokkeessoon Keenyaa Brigid Kosgei.(2:18:58)
Rekoordiin maratoonii dubartii addunyaa ammallee harkuma atileeti tanaa jirti.
Bara 2019 Amerikaa Kutaa Chigaaootti saatii 2:14:04 ammallee.
2:Amerikaa Saaraa Hall
3:Ruuth Cheng’etich
Afreessoo fi shaneessoon Itoophiyaa.
Qanansisaa Beqqelee miilatti miidhame jehdani hafe.