FINFINNEE —
Siinqeen waraana dubartiiti jedha Oromoo. Dubartonni sinqee qabachuun baanaan lola dhaabsiisu, rooba hamaa dhaabsisu. Sinqeen sirna Ateetee jedhamu dubartootni mirga isaani kan ittin kabajsiifatanis qabu.
Ministeeri Adaafi Turizimii Federaalaa kitaaba qorannaan deeggarame sinqee jedhu keessatti gahee dubartoonni Oromoo nagaa eegisisuu keessatti qaban ibsu maxxansiise jira.
Gaaffi fi Deebii Guutuu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5