Simannaa ABO Wajjin Wal-qabate Finfinnee Keessatti Har'allee Miidhaan Dhaqqabe

Deeggartoota ABO Finfinneetti, Fuulbaana 14, 2018

Walitti bu'insa dargagoota simana hoggansa ABOf alaabaa fannisanii fi garee dargagoota ka biraa gidduutti magaalaa Finfinnee keessatti walitti bu'iinsa uumamme irraa kan ka’e har’allee miidhaan dhaqqabuu fi humnoonni mootummaa dhukaasa bananiin namni miidhamuun himamee jira.

Gama biraatiin immoo Federeeshinii Dargaggootaa Magaalaa Finfinnee fi koree simannaa hooggana ABO irraa ibsawwan, lammiwwan biyyaa Finfinnnee keessaa fi kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufanii, boru hoogganoota ABO simachuuf jiran akka mirgi isaanii eegamuuf gaafatanii jiran. Muktaar ibsawwan kanneenii fi ka biroo akkasumas, oolmaa guyyaa har’aa ilaachisee gabaasaa qindeesse qaba.

Guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Simannaa ABO Wajjin Wal-qabate Finfinnee Keessatti Har'allee Miidhaan Dhaqqabe