Simpoosiyeemii Hayyoota Oromoo

Hayyoonni Oromoo beekkumsa isaani biyya keessa fi alaan walitti qindeessun bu'aa biyyaaf akka oolchan Hayyu dureen ABO Obboo Daawud ibsaa waamicha dhiheessan. Obbo Daawud yaroo amma kana Oromoon dhaloota biyya isaa bira darbee Adunyaaf gahuu danda'u uumee jira jedhan.

Yaa'ii yokaan Simpoosiyeemii Hayyoota Oromoo Galma Komishinii Dinagdee Afrikaa yokaan ECA keessatti Wixata dabre geggeessame iratti haasawa baninsaa dhageessian irratti kana dubbatan.

Muktaar Jamaal tu gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Simpoosiyeemii Hayyoota Oromoo