Tapha Kubbaa Miilaa Afrikaa fi Moo’ichaa Fiigichaa Lammiilee Itiyoophiyaa

Taphii kubbaa milaa Afrikaa biyyoottan 24 hirmaachise

Taphii kubbaa milaa Afrikaa biyyoottan 24n jalqabamee gara xumuraatti dhihaateera. Garee biyyoottan Afurii qofatu hafan. Kameruun, Masir, Seenegaali fi Burkiinaa Faaso.

Jimata dheengaddaa fi Dilbata dorgommii fiigichaa biyya Jarman fi Xaaliyaanii keessatti taasisameen Atileetonii Itiyoophiyaa injifataniiru. Qophiin ispoortii keenyaa waa’ee kana dubbata.

Your browser doesn’t support HTML5

Tapha Kubbaa Miilaa Afrikaa fi Moo’ichaa Fiigichaa Lammiilee Itiyoophiyaa