AMBOO —
Shamarree godina Bunnoo Beddellee Magaalaa Beddellee keessa jiraatti hojii hojjetaa jirtutti fuuleffata, qophiin keenya kun.
Tizzitaa Alamuu jedhamti. Balfa gogaa adda addaa irraa Xaaa’oo Uumamaa yokaan Kompoostii oomishuun biqiltoota magaalaa Beddellee keessa dhaabbatan akka kunuunsaa jirtu dubbatti.
Gara Fuulduraatti, Warshaa Balfa gogaa gara Kompoostiitti jijjiiru hundessuun dubartoota hedduu hojii qabsiisuuf akka mul’ata qabdu dubbatti – Tizzitaan. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5