Dhaabbanni telekoominikeeshinii Itoophiyaa (Ethio telecom) teknooloojii quunnamtii telefoonaa fi interneetii ittiin to’atanii fi gatii baasisan haarawa biyya galchuu isaa beeksisee jira.
Hojiraawachiisaa ol’aanaan Etho Telecom- Obbo Andualem Admaasee
“Tekinooloojiin kun hojjetoonni telekoomii biyya kami iyyuu kan itti gargaaramani” ka jedhan – Hojiraawachiisaa ol’aanaan Ethi Telecom- Obbo Andualem Admaasee, tekinooloojiin kun tajaajilawwan telekoomii fi interneetii addaa uummata dhaqqabsiisuuf akka gargaaru ibsan.
Akkasumas, tajaajilawwan interneetii “Over The Talk” yokaan OTT jedhaman, kanneen Viber, Wichat, Whatsapp jedhamanitti enna namoonni gargaaraman, akka barbaachisummaa isaatti, gatii baasiisa
Your browser doesn’t support HTML5
To'anna Toora Interneetii fi kaffaltii Haaraa Telekoominikeeshinii Itoophiyaa Irraa