Traaktarii Shufeerii Malee Deemu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Traaktarii Shufeerii Malee Deemu

Funduratti- gaaf tokko - qonnaan bultoonni traaktarii fayyadaman halaala taa’anii Aappii bilbilarraa xuxxuquudhan qonna akka geggeessan teeknoolojiin dandeechisu shakalamaa jira.

Teeknoolojiin saffisaan fooyya’umsa agarsiisaa jiru kun traaktariin sa’aatii 24 ofiif ooyiruu irratti hojii akka hojjatu godha.