WAASHINGITAN, DIISII —
Abbaan seeraa federaalawaa kutaa Hawaayii uggura haaraa prezidant Traamp ifa godhan akka hojiirra hin oolle ugguruu isaanii walqabatee kan aaran hoggantichi Ameerikaa kaleessa ibsa laataniin, barbaachisaa ta’ee yoo argame dhimma kana gara mana murtii mummichaatti ka ceesisan ta’uu ibsan, jedha gabaasaa Riichaard Griin, Nugusuutu dhiheessa.
Your browser doesn’t support HTML5
Ajajni Uggura Imalaa Pirezdaant Tramp Ammaaf Hojjiirra Akka Hin Oolle Abban Seeraa Federaalawa Kutaa Hawaayii Ajejee