ADAAMAA —
Naanno Oromiyaa bakkawwan garagaraatti uggura geejjibaa waamameen walqabatee shochiin geejjibaa darbee darbee hanqachuu isaa, jiraattonni bakkawwan adda addaa irraa VOAtti himanii jiru.
Kaayyoon uggura geejjibaa kun mootummaan hoogganoota siyaasaa dabalee namoota hedduu Oromiyaa keessatti hidhee jiru akka hooku gaafachuuf akka tahe dubbatan, namoonni kun.
Mootummaan naannoo Oromiyaa labsiin ugguraa kun kan farreen nageenyaan labsame jechuun, si afuraffaaf kan harkaa fashale tahuu dubbata.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5