Prezidaantiin Yunaaytid Isteets Donaald Traamp Yaa'ii Waloo Kongireesii Irratti Haasawa Godhan

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Yunaaytid Isteets Donaald Traamp Kibxata galgala yaa'ii waloo Kongireesii irratti haasawa godhan. Traamp karoora bulchiinsi isaanii akkaataa nagaha Baha Eddugaleessaa akkasumas Baha Awurooppaatti fiduu danda’amu irratti qabu dubbatan.