USAID:toophiyaatti ummata lola baqatee warraa bahe bokkeen alatti dhaanuutti jiraa namii rakkoo hedduu keessa jira

  • VOA

FILE - An Ethiopian asylum seeker carries an infant in the Dambala Fuchana refugee camp near the Ethiopian-Kenyan border town of Moyale, Kenya, March 27, 2018.

Itoophiyaatti naanno Oromiyaatii fi fulaa dhibiilleetti waraanii nama kuma hedduu baqachiisee kuma heddtti baqate.

Jarii kun rakkoo akka akkaa keessa jira. Dhiyoo tanallee waraana Gujii fi Gediyootiin nama kuma hedduutti baqate.Ummata kana haga guddaan bokkaatti alatti balleessuutti jira.

Jarii kun akka daarekterii dhaaa Amerikaan biyya alaatiin gargaartuu,USAIDn jedhutti jireenna hamaa keessa jiraa namii bokkaa fi waan hedduun alatti cituutti jira.

USAID tanuaaf jedhee torbaan kana gumii tanaa doolara miliyoona 170 kenne.

Rakkoo tana yoom keessa akka bahan wannii ammatti beekan jiraachuu baattullee karoora mootummaan Itoophiyaa biyyaan gargaaruutti jiru mootummaa Amerikaa hin deeggaa jetti Lesliin.