Uummanni Sochii Nannoo Isaa Keessaatti Gaggeeffamu Dammaqee Eegu Qaba: Dr. Abiyyi Ahmad

  • VOA

Naannoolee guddataa jiran keessatti uummanni jiraatu nannoo isaanii dammaqiinsaan akka eeganiif mummichi ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad waamicha dhiyeessan.

Rakkoo hawaasaa furuuf yaaliin godhamu jiraatuus kanneen rakkoo kana darna hammeessuu fi jijjirama argame jeequu fedha jiru jedha.

Gbaasa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Uummanni Sochii Nannoo Isaa Keessaatti Gaggeeffamu Dammaqee Eegu Qaba: Dr. Abiyyi Ahmad