FINFINNEE —
Dhukkuba Vaayrasii Koroonaa Addunyaa irratti hatatamaan babaldhataa jiru ofirra ittisuuf maaltu fala, keessattu haala qabatamaa jiruuf jireenya hawaasa keenna waliin walqabatee sababoonni dhibee kanaaf nama saaxiluu danda’anii fi irra of eeggachuun barbaachisuhoo maal faadha.
Muktaar Jamaal dhimma kana irratti Ogeessa afferee jiraa kuno
Your browser doesn’t support HTML5