Waa’ee Dhibee Otiizm Marii Eegumsa Fayyaa Waliin Geggeessame

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Waa’ee Dhibee Otiizm Marii Eegumsa Fayyaa Waliin Geggeessame

Baatiin keessa jirru Ebilli baatii waa’ee dhibee Otiizm jedhamee waamamuu ittiin yaadatanii fi waa’ee dhukkuuba kanaa haawaasa ittiin barsiisanii dha. Dhibee kana ilaalchisee Dr. Siisaay Lammaa Camadaa Isppshaalistii yaala daa’immanii fi Yunivarsitii Finfinneetti barsiisaa yaala daa’immanii kan ta’an Jaallanneen haasoofsiiftee jirti. Akkas jedhu.