WAASHINGITAN, DIISII —
Kaleessa manneen-maree Somaaliyaa lameen waa’ee yeroo bulchiinsa prezidaant Abdullaahii Farmaajoo dheeressuu fi dhiisuu irratti wal-dura dhaabbachuun siyaasaa Somaaliyaa burjaajii keessa buuse.
Manni-maree gad-aanu yokaan kan bakka-buutoota uummataa akka yeroon bulchiinsa prezidaantichaa waggaa lamaaf dheeratu murteesse.
Manni-maree ol’aanu ammoo kun murtii heeraa alaa ti jechuun morme. Gabaasaa Guutuu Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5