Wajjirri Abbaa-alangaa Federaalaa Ummata Wajjin Marii Geggeesufi

Obboo Taayye Danda'aa, dubbi-himaa Waajjira Abba-alangaa Federaalaa

Wajjirri abbaa-alangaa Federaalaa seerota biyyatti keessatti wal falmisiisoo turan, kanneen akka seera shororkeessumaa fi dhaabbatoota hawaasaa faa fooyyessuuf jecha, marii uummataa geggeessuuf karoorfatuu isaa beeksisee jira.

Seerota kanneenii fi ka biroo fooyyessuuf jecha akkaataa itti marii uummataaf dhihaatan irratti gareelee hundeessuun kan irratti hojjetaa jiru tahuu dubbata – waajjirichi Abbaa-alangaa.

Gabaasaan keenya - Muktaar Jamaal, dhimma kana irratti dubbi-himaa Waajjira Abba-alangaa Federaalaa Obboo Taayye Danda'aa dubbisee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Wajjirri Abbaa-alangaa Federaalaa Ummata Wajjin Marii Geggeesufi