WAASHINGITAN, DIISII —
Baqattoota Itiyoophiyaa Kuma Torba caalan gargaaruuf jecha mootummaa Sudaan waliin hojjataa kan jiru ta'u dhaabnii baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa ykn UNHCR Robii darbee beeksisee jira.
Lammiwwan Itiyoophiyaa kun humnootii mootummaa Fedeeraalaa fi kan mootummaa bulchiinsa naannoo Tigraay giddutti walitti-bu'iinsagaggeeffamaa jiru jalaa dheessuun daangaa Sudaanti cehaan.
Gabaasa Kaartuum Sudaan irraa ergame caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5