Waldaan Misoomaa Oromiyaa Gargaarsa Meeshaalee Qulqullinaa Yeroo Laguu Barattoota Durbaaf Raabse

  • VOA

Waldaan Misooma Oromiyaa mana Barumsaa 2 kanneen Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa keessaa barattoota Shamarraniif meeshaalee qulqullinaa yeroo laguu ji’aa itti gargaaraman gumaachee jira.

Kana males aadaan qusannoo maallaqaa barattoota shamarranii akka guddatuuf herrega banneefii jirra jedhan Qindeessaan Waldaa Misooma Oromiyaa Wallagga Bahaa obbo Gaaddisaa Fiqaaduu.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa Meeshaalee Qulqullinaa Ilalchisuun Gabaasame caqasaa