Walga’iin “Yaa’ii Hoogganoota Oromoo” Jedhame fi Guyyoota Sadi’iif Mari’atu Atlaantaatti Jalqabame

  • Namoo Daandii

Hogganoota KFO 22 Qilinxootti Hidhamanii Turan Keessaa 17 Qofatu Mana Murtiitti Mul'ate. Kanneen Hafan Keessaa Cimsaa Abdiisa Essa Akka Jiru Hin Beekamu

As Yunaayitid Isteets, kutaa Joorjiyaa, magaalaa Atilaantaa keessatti mariin “Yaa’ii Hoogganoota Oromoo” jedhame, Har’a jalqabamee jira. Lammiwwan Oromoo Ameerikaa Kaabaa keessa jiraatan, kanneen jaarmayaalee hawaasaa, siyaasaa, amantii fi dhaabota ka biroo keessa jiraatan tu walitti-dhufuun waa’ee hegeree Oromoo irratti mari’achuf walga’e – jedhu – Qindeessitoonni yaa’ihcaa. Koree Qindeessituu yaa’ichaa keessatti itti-gaafatamaa sab-quunnamtii ta’uun kan hojjetan – barreessaa Waldaa Hawaasa Oromoo Minisootaa – Dr. Obsaa Hasanitti bilbiluun waa’ee marii kanaa haasofsiisnee jirra.

Kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Xumura Walga’ii “Yaa’ii Hooggantoota Oromo” Jedhamee Atlaantaatti Geggeeffamee