Walitti bu'insa Finffinetti Ummamee Irratti Lubbuun Namaa Bade

(Suuraa Faayilii)

Walitti bu'insa Finffinee kutaa magaalaa Gullalee keessatti dargagoota Simana hoggansa ABOf alaaba fannisaa turaaniifi dargagoota gara biraa jiddu walitti bu'iinsa uumammen lubbun namaa du'aan bahuufi kaneen qaamaan miidhamanis akka jiran polisiin beeksisee jira.

Mummichi ministeera Dr. Abiyi Ahmad ibsa hardha midiyaalee mootumaaf kenaanin alaabaan sababa walitti bu'insaa ta'uu akka hin qabnee dubbatanii jiru.

Muktaar Jamaal dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti bu'insa Finffinetti Ummamee Irratti Lubbuun Namaa Bade