Walitti-bu’insa Naannoo Daangaa Oromiyaa fi Somaalee-Itiyoophiyaa Duuba Dantaan Ka Biraan Jiraa?

  • Namoo Daandii

Walitti-bu’insa anaalee naannoo daangaa Ormiyaa fi bulchiinsa naannoo Somaalee Itiyoophiyaa keessatti geggeeffameen lubbuun namoota hedduu dabree, namoonni hedduun madaawanii, kanneen kuma hedduutti lakkaawaman kaan immoo qehee ofii irraa buqqa’uun gabaasamee jira. Aangawoonni mootummaan naannoo Oromiyaa fi ka mootummaa Somaalee Itiyoohiyaa, “eenyu tu haleellaa kana geggeessaa jira” isa jedhuuf wal balaaleffataa turan. Hundeen walitti-bu’insa kanaa maali? Eenyu faa tu lola kanatti hirmaate? Eenyufaa tu lola kana duuba jira?

Dhimmoota kanaa fi ka biroo ilaalchisee, hayyuu waa’ee waliin jireenyaa fi wal-dhabdee uummata Oromoo fi Somaalee, waggoota 15 ol qorannaa geggeessaa turan - Yunivarsitii Finfinneett, barsiisaa “Social Anthropology” – Dr. Fiqaaduu Addunyaa Fufaa Namoon haasosiisee jira.

Gaaffii fi deebii kutaa duraa dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti-bu’insa Naannoo Daangaa Oromiyaa fi Somaalee-Itiyoophiyaa Duuba Dantaan Ka Biraan Jiraa?

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti-bu’insa Naannoo Daangaa Oromiyaa fi Somaalee-Itiyoophiyaa Duuba Dantaan Ka Biraan Jiraa? Kutaa 2ffaa

Your browser doesn’t support HTML5

Kutaa 3ffaa: Walitti-bu’insa Naannoo Daangaa Oromiyaa fi Somaalee-Itiyoophiyaa Duuba Dantaan Ka Biraan Jiraa?