AMBOO —
Warraaqssi Dimookiraatawaa Uummata Gumuz (GUHDEN) dhukaasni humnoota mootummaan hidhattoota isaarratti banamee ture, Sanbata darbee as dhaabbachuu beeksise.
Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuz, gama isaan "tarkaanfiin deera kabajchiisuu hidhattoota GUHDEN irraa akka dhaabbatu kan taasisameef, deemsa araaraa eegalame milkeessuufi," jedha.
Your browser doesn’t support HTML5