Xiinxala Labsii Yeroo Muddamaa Itiyoophiyaa 

  • Namoo Daandii

Naannoo Laga Xaafoo, Finfinnee, Sadaasa 5, 2021

Humnoonni riphxeeloltootaa mootummaan Itiyoophiyaa akka “shororkeessotaatti” farraje, kan Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay fi kan Waraana Bilisummaa Oromoo gara Finfinneetti akka dhihaataa jiran eega maddeen oduu gabaasanii booda Mootummaa Itiyoophiyaa Kibxata dabre kana labsii yeroo hatattamaa labsee jira.

Kana ilaalchisuudhaan Namoo Daandii, prezidaantii mana-murtii waliigalaa Oromiyaa duraanii fi yeroo amma magaalaa Londonitti gorsaa seeraa dhaaba “Anchor Solicitors” jedhamuu ka tahan – Obbo Tashaalee Abarraa haasofsiisee jira

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxala Labsii Yeroo Muddamaa Itiyoophiyaa