Xinxala, Muudama Mootummaa Haara Irratti

Your browser doesn’t support HTML5

Itoophiyaatti mootumman haaraan an hundeefame tibbuma kana. Sadarkaa Federaalaa akkasumas naannootti mudamoonni raggaasifamaniiru.

Lammiiwwan biyyatti biyyoota alaa jiraatan haala deemuu bakkuma jiranii hordofan hundeeffama mootummaa haaraa kana akkamitti laalan?

Namoota laman as Yunaaytid Isteets keessaa dubbisee, Omaar Bashir ogeessa seeraati. Eda'oo Daawwannoo, rogeessa siyaasa. Daawwadhaa.