FINFINNEE —
Yaa'ii 33ffaa IGAD kaleessa Finfinneetti taa’e irratti, wal-dhibdee Sudaan Kibbaa waggota shanniif ture furuu danda'u – waliigalteen mootummaa fi gareelee mormituu biyyattii gidduutti mallatteessamee jira.
Akka walii-galtee kanaatti, mootummaan Cehumsaa Sudaan Kibbbaa kan hundeessamuuf deemu yoo tahu, Saalvaa Kiir Prezidaantii, Riik Machaar itti-aanaa prezidaantii tahuun hojjetu. Muktaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase.
Your browser doesn’t support HTML5