Yaa'iin Walii-galaa ADWUI Jalqabame

ADWUI

Addi Warraaqsa Dimookiraasummaa Uummatoota Itiyoophiyaa, ADWUIn, yaa’ii isaa walii-galaa 11ffaa har’a magaalaa Hawaasaatti jalqabee jira.

Dura-taa’aan paartichaa - muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimed, haasawa baninsaa dhageessisaniin, “hegeree biyya keenyaa ijaaruuf xaxoo siyaasaan wal sakaaluu mannaa wal cinaa dhaabannee guddinaaf hojjechuun dirqama yaroon kun gaafatu” jedhan.

Gabaasaa guutuu, ka Muktaar Jamaal Hawaasaa irraa erge caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Yaa'iin Walii-galaa ADWUI Har'a Jalqabame