Waa’ee Mootummaa Itiyoophiyaa Haaraa Hundeessamee Yaada Uummata Keessaa Walitti-qabame  

Deeggartoota muummee ministiraa Abiyyi Ahimed guyyaa hirbuu itti seenuuf Adabaabaayi Masqalaatti argaman, Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2021

Mootummaan Itoophiyaa Ministira Muummee Abiyyi Ahmadiin akka geggeessamu labsame, dargaggootaaf carraa hojii uumuun, rakkoo qaala’iinsa jireenyaa furuu fi nagaa eegsisuun biyyattiin jireenyaaf mijooftuu akka taatu gochuu qaba jedhan, dargaggootni magaalota biyyattii gama Laxaa irraa Sagaaleen Ameerikaa dubbise tokko tokko.

Magaalaa Amboo, Naqamteefi Asoosaarraa yaada dargaggoota kan gabaasaan keenya walitti qabee erge caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Waa’ee Mootummaa Itiyoophiyaa Haaraa Hundeessamee Yaada Uummata Keessaa Walitti-qabame