Kutaalee Yunaayitid Isteetis Keessatti Dhibeen Gifiraa Mudachuun Beekame

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaaytid Isteetis keessatti dhukkuubii Gifiraa yokaan Fiinnoon kuutaalee 9 keessatti mudachuu isaa waaltaan ittisaa fi to'annoo dhukkubootaa (CDC) beeksisee jira.Dhukkuuba kana ilaalchisee Jaallanneen Dr. Ibraahiim Eleemoo Miniisootaa irraa haasoofsiiftee jirti.