Yunaaytid Isteetes Ugguura Imalaa Keesseef Ragaa Haa Dhiyeessitu Jette Ugaandaan

  • VOA

Yunaaytid Isteetes angawoota Ugaandaa hanga tokko irra ugguura imalaa keessee jirti. Kunis filannoo biyyatti keessatti baatii Amajjii darbee gaggeeffamee ture deemsa Demookraatawaan hin gaggeefamne kan jedhu.

Ugaandaan Sambata darbee deebii laatteen Yunaaytid Isteetes waan jettu kana ragaan haa mirkaneessitu jette.Paartileen mormituu Ugaandaa gama isaan tarakaanfii Yunaaytid Isteetes fudhatte kana simatanii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaaytid Isteetes Ugguura Imalaa Keesseef Ragaa Haa Dhiyeessitu Jette Ugaandaan