Beelaa Ardii Afrikaa Muudate
Afrikaa keessatti ummanni miliyoonaan lakkaawwamu nyaata gaha argachaa hin jiru. Somaaliyaa beelli jiraachuu labsamuudhaa xinnumaatuu hafa. Keeniyaatii sababa ongeetiin labsiin yeroo atattamaa labsamee jira. Sudaan Kibbaa belli jiraachuun ifa godhamee jira. Arditiitti ijoollleee baayyee dabalatee namoonni miliyooonaan lakkaawwaman hanqina midhaan nyaataatiif saxilamanii jiran. Sagalee Ameerikaa sagantaan Afaan Oromoo dhimma barbaachisaa kana irratti gabaasa yeroo yeroon dhiheessa. Gabaasa afaan Ingilizii hordofuudhaaf kana cuqaasaa.