Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensi Gameessi Al Shabaab Haleellaa US Ka Samii Irraan Ajjeefame


Haleellaa qilleensa irraan Somaaliyaa keessatti raawwatameenn loltuu al shabaab beekamaa galaafachuu waaltaan ajaja waraana Afriikaa kan US fi mootummaan Somaaliyaa beeksisanii jiru.

Angawoonni tika nagaa Somaaliyaa kanneen eenyummaan isaanii akka hin beekamne gaafatan, Ali Mohamed Hussein bulchaa al shabab kan Moqaadishoo keessaa yoo ta’u misensota isaa beekamoo waa’ee garee Sanaa falman keessaa tokko.

Kan maqaa Ali Jabal jedhamuun beekamu Hussein Moqaadishoo keessatti beekamaa ennaa ta’u daldaltoota magaalattii keessaa maallaqa akka baasaniif dirqisiisaa ture.

Ministeerri odeeffannoo Somaaliyaa Abdurahaman Omara Osman VOA sagantaa Afaan Somaaleef akka ibsanitti prezidaant Mohamed Abudullaahi Mohamed duulli Torto-roow cinatti geggeessame sun michoota sadarkaa addunyaa waliin akka geggeessamu kan eeyaman

XS
SM
MD
LG