NAAYROOBII —
Godina Gujii Bahaa Aanaa Oddoo Shaakkisootti rakkoo nageenyaa uumameen lubbuun namootaa darbuu jiraattonni dubbatan.
Dhalattoonni Harargee Aanicha keessa qubatan yakki ajjeechaa fi saamichaa isaanirratti xeyyeeffate raawwataa akka jiru Sagalee Ameerikaaf himanii jiru.
Bulchiinsi Aanaa Oddoo Shaakkisoos himannaa jiraattotaa kanaaf deebii kennee jiraa, Galmoo Daawit dabalatasaa qopheesseera.