NAAYROOBII —
Rakkoo nageenyaa Mooyyaleetti mudate muruuf Mooyyaleetti angawootni mootummaa Federaalaa fi Naannolee lameen maree gaggeessan.
Maree kanarratti jiraattonni Magaalaa fi aana Mooyyalee mootummaan rakkoo nageenyaa mudatee jiruuf furmaata hatattamaa akka keennu gaafatanii jiran.
Waan maree Mooyyalee harraa Kantiibaan Mooyyalee Ibsa Sagalee Ameerikaaf kennanii jiruu.
Galmoo Daawit dabalata isaa qopheessee jira.