Barataa Taarikuu Margaa jedhama. Magaalaa Amboo, ganda Sanqalleetti kutaa 8ffaa barata. Uumamaan harka lamaanuu dhabullee, miilli isaa akka harkaa taheefii; ittiin barreessa, ittiin fakkiillee kaasa. Yeroo barnoota isaa xumuru ammoo balaliisaa xiyyaaraa tahuu barbaada. Akkamitti? Naakoor Malkaa, Taarikuu, hiriyaa, barsiisaa fi haadha isaa dubbisuun Suur-sagalee ergerraa deebii guutuu argattu. Hordofaa!