ADAAMAA —
Ruwaandaan dhumaatii duguuggaa sanyii irratti xiyeefate biyya isii keessatti deemsisame waggaa 25ffaa isaa tibba kana yaadataa jirti. Rakkoo kana irra biyyi keenya maal baratti? Maal tu qaamota adda addaa irraa eegama?
Muktaar Jamaal dhimma kana irratti namoota isa mudatan adda addaa dubbisee jiraa. Caqasaa.