WAASHINGITAN, DIISII —
Karawwan daandaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa wal-quunnamsiisan keessaa kan hin cufafmiin ture, daandiin Buree fi Asab wal-quunnamsiisu har’a cufamuun isaa beekamee jira.
Yeroo ammaaf, karawwan daangaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa banamanii turan marti yeroo ammaa cufamuun isaaniins beekamee jira.
Daandiin Buree-Asab kun ka cufame tahuu, bulchiinsa naannoo Affaaritti bulchaan El-Da’aar VOA-f ibsanii jiru.
Gabaasaa guutuu caqasaa.