WAASHINGITAN, DIISII —
Ajjeechaa Oromiyaa keessatti qondaltoota mootummaa irrattis ta'ee namoota dhuunfaa irratti geggeessame kan rawwacha jiru qamaa hidhatee socho'u, jedha Biiroon Bulchinsaa fi Naageenya Oromiyaa.
Itti aanaan hoogganaan waajirichaa - Konoleer Abbabaa Garasuu Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf ibsa kennaniin motummaan qamoolee yakkaa kana rawwatan, jedhan kana irraatti tarkanfii ni fudhata, jedhan.