FINFINNEE —
Mummichi-Ministaraa Itiyoophiyaa , Dr. Abiyyi Ahmad biyya Noorweyitti Bashaasa Noobeeli fudhatanii har’a ganama ennaa Finfinee gahanitti, buufata xayyaaraa Boolee irraa eegalee hanga Masraa Mootummatti simanaan how’aan taasisameefii jiran.
Dr. Aiy Ahimad dirree Xayyaaraa Booleetti midiyaaf ibsa gabaabaa kennaniin, badhaasichi bu’aa hojii isaanii qofa otuu hin taane bu’aa ifaajjee uummataa akka tahe dubbatan.