WAASHINGITAN, DIISII —
Hidha laga abbayyaa irratti Itiyoophiyaa, Masrii fi Suudaan magaalaa Waashingitan Dii Sii keessatti marii gaggeessaa turan.Jilli Itiyoohiyaa kan ministeera haajaa alaa Obbo Gadduu Andaargaachew durfameetu walgahii kana irratti hirmaate.
Jilli Itiyoophiyaa kun embaasii Itiyoophiyaa waashington keessa jiruutti Kamiisa Amajjii 16 bara 2020 tuuta oduuf ibsa kennee ture caqasaa.