FINFINNEE —
Kitaabni Afaan Oromoo asoosama, gabaabaa seenaa dhugaa irraatti hundaa'ee barreeffame Dilbata darbe Eebbifameera
Kitaaba “kudhaama” jedhu kana kan barreessite shamarree Feeneet Girmaati.
Sirna eebba kitaaba kana irraatti namoonni garaa garaa argamanii jiru. Dargaggoonni aadaa kitaaba dubbisuu isaanii akka cimsataniif gorsii kennamee jira .