FINFINNEE —
Kitaabni asoosamaa haaraan 'Yoomilaan' jedhamu dilbata Dilbata dabre kana Giddu-gala Aadaa Oromoo ka magaalaa Finfinnee jiru keessatti eebbifamee jira.
Sirna eebba kitaaba kanaa irratti artistoonni fi beektonni bebbeekamoon argamanii jiran. Sagantaaleen bashannanaa adda addaallee dhihaatanii jiran. Dargaggootni aadaa dubbisuu isaanii akka guddifatan yaadawwan jajjabeessan dhihaataa turan. Caqasaa.