FINFINNEE —
Haleellaa Amboo fi Buraayutti raaw’atame keessaa Addi Bilisummaa Oromoo harka qaba, jedhe – Koomishiniin Poolisii Oromiyaa. Addi Bilisumaa Oromoo immoo, “kun dirre siyaasa keessa dhiibanii nu baasuuf sababaa uumame,” himannaa dharaa ti, jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa.