Pireezdntiin Masrii duranii, Hoosnii Mubaararak umurii isaanii oggaa 91-tti Kibxata kaleessaa du’aan boqtaniiru.
Hoosnii Mubaarak waanna ittin beekkaman keessa tokko, akkuma biyyoota Arabaa kaanii, caasaa mootummaa dhimma maatii godhuudhan ture. Hoosniin firaa fi hiriyoota isaanii angootti baasan, ilma isaaniis dhaala angootif qopheessaa turan.
Bara 2011 garuu- guyyaa 18 keessatti - sun hunduu raawwatee. Mormiin uummata biraa itti cimee angoo akka gadhiisan isaan dirqisiise.