WAASHINGITAN, DIISII —
Amneestii Internaashinaal mootummaan ajjeechaa Hacaaluurratti raawwatame dafee qoratee warra yakka kana keessaa harka qabu seeratti akka dhiyeessu gaafateera. Fissehaa Tekhlee Qorataan qabiinsa mirga namoomaa Itiyoophiyaa
Ka Amneestii Internaashinaal, ajjeechawwan akkasii yeroon qoratamanii murtee yoo hin arganne biyya balaa keessa buusaa jedhe.
Galmoo Daawit dabalata qaba.