Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hookkara Ka’eef Sababaan Mootummaan Gaaffiilee Uummata Oromoo Sirnaan Deebisuu Dhabuu Dha, Jedhu Abbaa Gadaa Goobala Hoolaa Irreessoo 


Abbaa Gadaa Goobala Hoolaa Irreessoo 
Abbaa Gadaa Goobala Hoolaa Irreessoo 

Abbaan Gadaa Tuulamaa fi barreessaan Gamtaa Abboota Gadaa Oromoo - Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa Irreessoo hookkara dhiheenya naannoo Oromiyaa bakkawwan adda addaatti kaka’eef sababaan mootummaan gaaffiilee uummata Oromoo akka tahuu malutti deebisuu dhabuu isaa fi namootni hedduun hidhaatti guuramuu irraa kan madde akka tahe dubbatan.

Hoogganaan Biiroo Komiyunikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa – Obbo Getaachewu Baalchaa immoo, gama isaaniitiin hookkarri uumame fedhii jara karaa qaxxaamuraan seeraa fi heeraa ala aangoo qabachuuf carraaqanii yoo tahe malee gaaffiin uummata Oromoo deebii argataaa jira, jedhu.

Qophii guutuu caqasaa.

Hookkara Ka’eef Sababaan Mootummaan Gaaffiilee Uummata Oromoo Sirnaan Deebisuu Dhabuu Dha, Jedhu Abbaa Gadaa Goobala Hoolaa Irreessoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:23 0:00


XS
SM
MD
LG