WAASHINGITAN, DIISII —
"Hiriira Guddicha" jedhamuun kan moggaafame fi waamamee kun Oromiyaa keessatti hogganoonni mormituu,Gazexxessotaai fi kanneen mormii dhageesisan hiidhaa keessaa battalumatti hiikamuu qabu,mariin siyaasaa dhugumaan hundumaa hirmaachise biyya keessatti akka gaggeffamuuf Amerikaan gargaarsa akka gootu, ajjeechaan Wellisaa Haacaaluu Hundeessaa qaama walaba kan sadarkaa addunyaan akka qoratamuu fi kanneen biroo gaafatan.
Kana malees mummichi ministeeraa Abiyyi Ahmad aangoo akka gadhiisaniif gaafatan.
Gabaasa guutuu caqasaa