FINFINNEE —
Hayyu-dureen ABO humnoota nageenya motummaatiin guyyoota 14 akka manaa hin baane eega dhorkamanii turanii booda har'a gara hoji idilee isaanitti deebi'uu ibsanii, VOAtti himanii jiru.
Hayyu dureen dhaabichaa obbo Daawud Ibsaa har'a waajira ABO muummicha ka nagaasaa Finfinnee, Gullaallee jirutti argamuun hojii isaanii itti fufuu dubbatu.
Gabaasaa guutuu caqasaa